Waliigalaan Ityoophiyaatti namoonni vaayrasichi irratti argame 11 ga’e

Finfinnee, Bitootessa 13, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti dabalataan namoonni lama vaayrasii koroonaatin qabamuun mirkanaa’e

Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan akka beeksisanitti namoota lamaan keessaa tokko kan umriin waggaa 28/Brrljiyamii fi Neezarlaanditti imaleet ture, Bitootessa 5 gara Ityoophiyaa dhufe/, tokkommoo kan umriin waggaa 34ti/Bitootessa 10 Duubaayii gara Ityoophiyaa dhufe. /

Lamaanifuu qorannaan taasifamuun tursa galaniiru.

Waliigalaan Ityoophiyaatti namoonni vaayrasichi irratti argame 11 ga’eera.

Comments (0)
Add Comment