Ayyaana Du’aa Ka’uu Iyyasuus Kiristoos kadhannaa fi dhiifama onneerraa maddeen kabajuu qabna – Luba Darajjee Jambaruu

Finfinnee, Ebla 26, 2016 (FBC) – Barreessaa olaanaan Mana Maree manneen Amantaa Kiristaanaa warra Wangeelaa Lubni Darajjee Jambaruun Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun ergaa baga keessanii dabarsaniiru.

Hordoftoonni amantichaa waayita Ayyaana Du’aa Ka’uu Iyyasuus Kiristoos kabajan kadhannaa fi dhiifama onneerraa maddeen akka kabajan waamicha dhiyeessaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment