Caffeen Oromiyaa raawwii hojii bara 2013 irratti hojjettoota isaa waliin Magaalaa Adaamaatti mari’ataa jira

Finfinnee, Adooleessa 29, 2013 (FBC)- Caffeen Oromiyaa raawwii hojii bara 2013 irratti hojjettoota isaa waliin Magaalaa Adaamaatti mari’ataa jira.

Waltajjiicharratti Af-Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Baadhoo fi Af-Yaa’ii Itti Aantuun Caaffee Oromiyaa Aadde Mahabuubaa Adam kan argaman yoo ta’u fi karoora hojii bara bajaataa 2014 irrattis mari’achuun kallattiin ni kaa’ama jedhame eegama OBN.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

Comments (0)
Add Comment