Dr Abiy maallaqni Maaddii Biyyaaf sassaabmu akkaataa kaaroratti adeemaa jira jedhan

Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad  maallaqni Maaddii Biyyaaf sassaabmu akkaataa karooratti adeemaa jiraachuu gaaggammneera jedhan.

Dooktar Abiy fuula Feesbuukii isaaniin akka beeksisanitti, akkaataa gabaasa koreen qindeessaa dhiyeessetti Birrii biiliyoona 3 Maaddii Biyyaa kaaroorafannee milkessu akka dandeenyu mirkanesinerra jedhan.

Abbootii qabeenya, hoojjattootaa fi dhaabbiileen proojaktoota biyyooleessa maallaqa arjomanis galataffataniiru.

Hojii maallaqa sassaabuu torbaan 2 keessa xumuru fi baatii 1 booda ammoo sagantaa Maaddii Biyyaaf gaggeessuf murteen laatameera jedhaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment