Haaromsi mana tiyaatiraa angaftichaa xumurame

Finfinnee, Amajjii 23, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti kan argamu haaromsi mana tiyaatiraa angaftichaa xumurameera.

Bara 1927 biyya weerara diinaarra baraaruuf waldaa biyyoolessaa jedhamu kan hundaa’ee fi 1960 ammoo Tiyaatiraa biyyaalessaa jedhamu kan hundaa’ee Manni Tiyaatiraa angaftichaa qabiiyyee seenaa fi ogummaa osoo gadi hin lakkisiin haaromsi isaa xumuramuun wal harkaa fuudhinsi taasifameera.

Waggoottan 20 darbaniif haaromsi kamillee kan hin taasifamneef ta’uu ragaan waajjira kantiibaarra argamee ni muul’dhisa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment