Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Sudaan boqatan

Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Sudaan boqatan.

Ministirri raayyaa ittisaa Sudaan Leetanaal Jeneraal Jamaal Omaar dhibee onneetin boqachuun isaanii ibsameera.

Ministirichi hojiidhaf gara Sudaan Kibbaa yeroo imalanitti kan boqatan.

Ministirichi hidhattoota biyya isaanii waliin Juubaatti mariirra turan.

Marichi guyyaa gaggeeffamaa oolee halkan boqatanii bulaniiru.

 

Comments (0)
Add Comment