MM Abiy Ahimad Pireezidaantii Faransaay Imaanu’eel Maakroon waliin  bilbilaan mari’atan

Finfinnee, Amajjii 17, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezidaantii Faransaay Imaanu’eel Maakroon waliin bilbilaan mari’achuu ibsan.

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ergaa gama Tiwiitara isaaniin dabarsaniin Pireezidaantii Faransaay Imaanu’eel Maakroon waliin dhimmoota garaagaraarratti mari’achuu eeraniiru.

Hariiroon biyyoota lameenii walkabajaafi wal amantaarratti hundaa’e waggoota 125 lakkoofsisuu Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad yaadachiisaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment