Oomishni qamadii Jallisii Goojjam Bahaa Aanaa Baasoo Liibanitti oomishamaa jiru abdachiisaa ta’uu ibsame

Finfinnee, Gurraandhala 16, 2013 (FBC) –Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad oomishni qamadii Jallisii Goojjam Bahaa Aanaa Baasoo Liibanitti oomishamaa jiru abdachiisaa ta’uu ibsaniiru.
Oomishni qamadii jallisiin hojjetamaa jiru kun qamadii alaa galu bakka buusuu akka dandeenyu kan agarsiisudha jedhaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment