Preezdaanti Saahilawarq Dooktar Muktaar Kadir ambaasaaddar guutuu taasisuun muudan

Finfinnee, Fulbaana 5, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Dooktar Muktaar Kadir ambaasaaddar guutuu taasisuun muudan.
 
Preezdaanti Saahilawarq akkaataa heera mootummaan FDRI Keewwata 71 keewwata xiqqaa 3 jalatti tumameen muudama kana laachuu isaanii ragaan Waajjira Preezdaantirraa argame ni muul’isa.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Comments (0)
Add Comment