Shawaa Kaabaatti filannoo marsaa 6ffaa boru gaggeeffamuuf qophiin hundi xumuramuu ibsame

Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC) -Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Kaabaatti Filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaa guyyaa boruu gaggeeffamuuf qophiin barbaachisu hundi xumuramuu Waajjirri Boordii Filannoo Damee Godina Shawaa Kaabaa beeksise.
Akka godinichaatti buufataaleen Filannoo 805 jiraachuu fi jiraattoonni kumni dhibbi 5 fi kumni 81 fi 835
kaardii filannoo fudhachuu ibsameera.
Akka OBN gabaasetti Buufataaleen filannoo kanneetti haaldureen barbaachisan hundi guutameera.
Meeshaalee filannoof barbaachisu dhiyaachuu ragaan Boordii Filannoo Damee Godina Shawaa Kaabaa irraa arganne ni muldhisa.
Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Yuutyuubiihttps://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/
Twiitara Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment