Yuunvarsiitiin Bulee Horaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture marsaa 2ffaaf eebbisiise

Finfinnee, Onkololeessa 6, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Bulee Horaa barattoota digirii jalqabaa fi 2ffaan sagantaa idilee fi idileen alaan barasiisaa ture 511 eebbisiisera.
Eebbifamtoota keessaa 363 kanneen digirii 2ffaan eebbifaman ta’uu ragaan Fuula Yuunvarsiitichaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment