Atileet Gudaaf Tsaggaayee fiicha mana keessaa meetira 3000 injifatte

Finfinnee Guraandhala 18, 2015 (FBC)- Atileet Gudaaf Tsaggaayee fiicha mana keessaa dubartootaa meetira 3000 injifatte.

Fiigichaa mana keessa meetira 3000 Barmiingihaamitti gaggeeffamerratti kan hirmaattee Atileet Gudaaf fageenyichaa daqiiqaa 8, seekoondii 16 fi maayikiroo sekoondii 69’n 1ffaa ba’uun injifachuu ragaan Atileetiksii Addunyaarraa argame ni mul’isa.

Atileet Gudaaf rikardii haaraa galmeessuuf sekoondii 9 qofti kan hafe ture.

Rikardiin fiigicha mana keessaa Meetira 3000 Atileetii Ganzabee Dibaabaan kan qabamee jiruudha.

#Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment