Baatiiwwan sadan darban Birrii tiriiliyoona 1.3 daddabarfameera-BDI

Finfinnee, Onkololeessa 17, 2016 (FBC)- Baatiiwwan sadan darbanitti tajaajila baankii dijitaalawaan daddabarsi maallaqa Birri tiriiliyoona 1.3 taasifamuu Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa beeksise.

Baankichi qorannoo raawwii baatiiwwan sadan darbanii gaggeessaa jira.

Haaluma kanaan baatiiwwan sadan darbanitti tajaajila baankii dijitaalawaan raawwii jajjabeessan galmaa’uun eerameera.

Baankichis filmaata tajaajila baankii dijitaalawaan isaan daddabarsa maallaqaa Birrii tiriiliyoona 1.3 taasifamuu ibsamuu ragaan baankicharraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment