Dhaabbilee ulaagaa qulqullina oomishaa hin guunne 92 irratti tarkaanfiin fudhatame

Finfinnee, Amajjii 16, 2016 (FBC) – Dhaabbilee ulaagaa qulqullina oomishaa hin guunne 92 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa naannawaa beeksise.

Dhaabbilee 282 irratti hojiin to’annoo gaggeeffamuu ibseera.

Dhaabbileen 130 ulaagaa qulqullina oomishaa kaa’ame akka guutaan taasiifamuu himeera.

Dhaabbilee ulaagaa qulqullina oomishaa hin guunne 92 irratti ammoo tarkaanfiin fudhatamuu ibseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment