Fiigicha Walmakaa meetira kuma 8 Atileetoonni Itiyoophiyaa sadarkaa 2ffaa ba’uun meedaaliyaa Meetii sadaffaa argamisiisan

Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Shaampiyoonaa Qaxxaamura Addunyaa 45ffaa fiigicha Walmakaa meetira kuma 8 Atileetoonni Itiyoophiyaa sadarkaa 2ffaa ba’uun meedaaliyaa Meetii sadaffaa argamsiisaniiru.

Tarreessaa Tolasaa, Didhaa Duubee, Adihaana Kaasaye fi Birrii Abarraan fageenyichi sadarkaa 2ffaan xumuraniiru.

Comments (0)
Add Comment