Hadiyyaatti warshaan naaytiroojiinii dhangala’aa hojii eegale

Finfinnee, Gurraandhala 6, 2012 (FBC) – Naannoo Kibbaa godina Hadiyyaatti warshaan naaytiroojiinii dhangala’aa hojii eegale.

Warshaan naaytiroojiinii dhangala’aa fi tursa sanyii beelladootaa kun Birrii miiliyoona 16 oliin kan ijaarramedha.

Sa’aa tokkotti naaytiroojiinii dhangala’aa liitira 10 oomisha jedhameera.

Comments (0)
Add Comment