Injinar Taakkalaa Uumaan Ambaasaaddara Saa’ud Arabiyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Onkololeessa 18, 2015 (FBC) –Ministirri Ministeera Albuudaa Injinar Taakkalaa Uumaan Ityoophiyaatti Ambasaaddara Saa’ud Arabiyaa Fahaad Alhumaayidaanii waliin carralee Invastimantii Albuudaarratti mari’ataniru.

Marii isaaniin Dhaabbileen Saa’ud Arabiyaa carraa Invastimantii Albuudaa Ityoophiyaan qabdurratti akka hirmaataniif waligaluu Injinar Taakkalaa Uumaan fuula miidiyaa haawaasummaa isaaniin ibsaniru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment