Ispoortii

Ispoortii

Atleet Yaalemzarf Yewahaalan fiigicha daandirraa kiiloo meetira 10 riikkardii addunyaa haaraa galmeessite

Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC) – Dorgommii fiigicha daandirraa Kiiloo Meetira 10 Ispeenitti gaggeeffameen Atleet Yaalemzarf Yewahaalan riikkardii addunyaa haaraa galmeessuun injifatte. Atleet Yaalemzarf Yewahaalan fageenyicha daqiiqaa 29 fi seekondii 14n xumuruun sa'aatii saffisaa addunyaa galmeessiteerti. Baatiwwan itti aanaan ammoo…
Read More...

Gaanaa 2 -1 Ityoophiyaa

Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gita isaa Gaanaan goolii 2 fi 1 injifatame. Garichi tapha Magaalaa Finfinnee Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti taasiiseen…