Ispoortii

Ispoortii

Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa Biyyaaleessa Ityoophiyaa umrii 17 gadii gulaallii waancaa addunyaa marsaa itti aanuuf darbe

Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa Biyyaaleessa Ityoophiyaa umrii 17 gadii gulaallii Waancaa Addunyaaf tapha deebii gaggeesseen gita isaa Ugaandaa waliin goolii 1 qixa xumurus marsaa itti aanuuf darbeera. Tapha deebii sa'aatii 10:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti taphatame goolii 1 qixa…
Read More...