Ispoortii
Piriimaayeer Liigii Ingilaandiin Maanchiisteer yoo injifatu, Tootanihaam injifatame
Finfinnee, Caamsaa 12, 2015 (FBC) – Taphoota Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 37ffaa har’a waaree booda taphatameen Maanchiisteer Yuunaayitiid Boornimaawuz injifachuun carraa hirmaannaa Shaampiyoonsi Liigii bal'ifate.
Tootanihaam Bireentifoordiin goolii 3 fi 1n injifatamuun carraa hirmaannaa Liigii Awurooppaa yaaddoo keessa galcheera.…
Read More...
Kilabni Kubbaa Miilaa Hambariichoo Duraameen gara Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaatti guddate
Finfinnee, Caamsaa 12, 2015 (FBC) – Bara 2006 kan hundaa'e Kilabni Kubbaa Miilaa Hambariichoo Duraameen gara Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaatti guddachuu mirkaneeffateera.
Kilabni magaalaa Shaashamannee fi Baankii Daldala Ityoophiyaa…
Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 36ffaan har’a taphoonni 6 ni taphatamu
Finfinnee, Caamsaa 12, 2015 (FBC) – Taphoota Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 36ffaan har’a taphoonni murteessoon 6 ni taphatamu.
Taphoonni torbee kanaa sa’aatii 8:30 jalqabee tapha Tootanihaam Bireentifoord waliin taphatuun…
Kilabni Baankii Daldala Ityoophiyaa gara Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaatti guddate
Finfinnee, Caamsaa 11, 2015 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Baankii Daldala Ityoophiyaa waggaa 6 booda gara Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaatti guddachuu mirkaneeffate.
Bunni Beenchii Maajii Kutaa Magaalaa Addis Katamaan goolii 2 fi 1n…
Taphoonni deebii walakkaa xumuraa Liigii Awurooppaa har’a ni taphatamu
Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC) – Taphoonni deebii walakkaa xumuraa Liigii Awurooppaa har’a galgala sa’aatii 4:00 irraa eegaluun ni taphatamu.
Falmiin Siiviiyaan Juuveentuus, Leeverkuusan Roomaa waliin xumuraaf darbuuf taasiisan…
Qidduus Giyoorgis 1 – 1 Magaalaa Hawaasaa
Finfinnee, Caamsaa 9, 2015 (FBC) –Taphoota Beetkiingii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 24ffaan Qidduus Giyoorgis Magaalaa Hawaasaa waliin qixa ba’e.
Tapha har’a sa’aatii 9:00 irraa eegalee gaggeeffameen
Qidduus Giyoorgis Magaalaa…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Maanchiisteer Siitii fi Riyaal Maadriid gidduutti…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2015 (FBC) –Tapha Walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Maanchiisteer Siitii fi Riyaal Maadriid gidduutti taphatamu akkaan eegama.
Taphni deebii walakkaa xumuraa shaampiyoonsi Liigii…