Ispoortii
Inistiraakter Daani’eel Gabramaariyaam leenjisaa yeroo Waaliyaawwanii ta’uun muudaman
Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC) – Inistiraakter Daani'eel Gabramaariyaam leenjisaa yeroo garee Biyyaalessa Ityoophiyaa ta'uun muudaman Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa beeksise.
Daayrektara Teeknikaa ta'uun tajaajilaa kan jiran Inistiraakter Daani'eel Gabramaariyaam leenjisaa yeroo garichaa ta'uun mudamuu isaanii ibsameera.
Leenjisaa…
Read More...
Arsenaal 0- 3 Biraayitan
Finfinnee, Caamsaa 6, 2015 (FBC) – Biraayitan Arsenaal injifachuun carraa hirmaannaa Liigii Awurooppaa bal'ifate.
Arsenaal dirree isaarratti Biraayitaniin goolii 3 fi 0n injifatamuun imalli gara waancaatti taasisu gufateera.
Naannoo Harariitti fiigichi daandirraa gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 6, 2015 (FBC) – Naannoo Harariitti "Nageenyaaf nan fiiga" mataa duree jedhuun fiigichii daandirraa gaggeefameera.
Figicha kana dhaabbanni miti mootummaa 'Eastern development initiative' jedhamu naannoo Hararii waliin…
Piriimaayeer Liigii Ingilaandiin har’a taphoonni murteessoon ni taphatamu
Finfinnee, Caamsaa 6, 2015 (FBC) – Piriimaayeer Liigii Ingilaandiin taphni har'a Eevartan Maanchiisteer Siitii, Arsenaal Biraayitan waliin taasiisan akkaan eegama.
Taphni waaree booda sa'aatii 10:00 irraa eegaluun Eevartan sodaa gara…
Shaampiyoonaan Ispoortii magaaloota godina Jimmaa eegale
Finfinnee, Caamsaa 2, 2015(FBC)- Shaampiyoonaan Ispoortii magaaloota godina Jimmaa guyyaa har'aa eegaleera.
Shaanpiyoonaa kana irratti ispoortessitoonni 700 ol maagaalota 36 irraa walitti babba'an kan hirmaatan yoo ta'u, dorgommichi…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan har’a taphni Riyaal Maadridii fi Maanchiisteer Siitii gidduutti…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Tapha walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a gaggeeffamuun taphni Riyaal Maadridii fi Maanchiisteer Siitii gidduutti taphatamu akkaan eegama.
Taphni walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii…
Taphoota Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 23ffaan Walaayittaa Diichaa fi Adaamaan qabxii…
Finfinnee, Eebla 30, 2015 (FBC) – Taphni Beetkiingii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 23ffaan har’a waaree booda Walaayittaa Diichaa fi Adaamaa gidduutti taphatame goolii 1 walqixa xumurameera
Adaamaaf daqiiqaa 65ffarratti Yooseef…