Ispoortii

Ispoortii

Gareen Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha ramaddii Waancaa Afrikaa Maalaawwii waliin Moozaambikitti ni taphata

Finfinnee, Eebla 30, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha ramaddii Waancaa Afrikaa 5ffaa Maalaawwii waliin Moozaambikitti kan taphatu ta’uu Federeeshiniin kubbaa Miilaa Ityoophiyaa beeksise. Taphichi Waxabajjii 13, 2015 Istaadiyeemii Moozaambikitti kan taphatamu ta’uu ibseera. Federeeshinchi taphni ramaddii kun…
Read More...