Jila Atleetiksii dorgommii Qaaxxamura Biyyaa Idil Addunyaa 44ffaarratti hirmaateef Badhaasnii fi beekkamtiin laatame

Finfinnee, Guraandhala 14, 2015 (FBC) – Jila Atleetiksii Ityoophiyaa dorgommii Qaaxxamura Biyyaa Idil Addunyaa 44ffaarratti hirmaachuun sadarkaa 2ffaan xumureef Badhaasnii fi beekkamtiin laatameera.

Atleetoota Meedaaliyaa Warqee argamsiisaniif Badhaasni Birrii kuma 45, Meetiif Birrii kuma 30, Naahaasiif Birrii Kuma 15, Dippiloomaaf Birrii kuma 10 fi hirmaattootaaf Birriin kumni 5 laatameera.

Dorgommii fiigicha qaxxaamura biyyaa Awustiraaliyaatti gaggeeffameen jilli Atleetiksii Ityoophiyaa meedaaliyaa warqee 2, Meetii 7 fi Naahaasii 1 argachuun Addunyaarraa sadarkaa 2ffaan xumureera.#Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment