Maashinni Buna Diimaa Falaffalu Kalaqame

Finfinnee, Mudde 11, 2016 (FBC)- Maashinni Buna Diimaa Falaffalu Kalaqamuun qonnaan bultootaaf gumaachame.

Giddugalli Qorannoo Mahaandisummaa Qonnaa Jimmaa teknoolojiiwwan gara garaa kan humnaa fi yeroo qusatu kalaquun qonnaan bultootaan dhiyeessaa jiraachuun ibsameera.

Haaluma kanaan giddugalichi, deeggarsa Pirojektii Sagantaa Fooyyessa Sirna Nyaataan Maashina Buna diimaa falaffalu kalaquun mootora waliin qonnaan bultootaaf kennuu ragaan Inistiitiyuutii Qorannoo Qonnaa Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment