Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 51 olitti tilmaamamu to’atame

Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 51 olitti tilmaamamu Buufata To’annoo Albarakateetti to’atamuu ibsameera.

Moobaayiloonni kumni 2 fi 233 fi Meeshaaleen qaama Jijjiirraa Konkolaattootaa Birrii miiliyoona 51 olitti tilmaamaman to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksiseera.

Shakkamtoonni 5 meeshaaleen kanneen waliin to’atamuu ragaan Komishinii Gumrukaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment