Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad baatii Ramadaanaaf ergaa baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Eebla 4, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hordoftoota amanataa musiliimaa hundaan ergaa baga baatii Ramadaanaan isin gahe dabarsaniiru.
Dooktar Abiy Ahimad ergaa isaaniin baga baatii Ramadaanaa nagaan geessan jedhaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment