Paartiin Badhaadhinaa Ministiroota haaraa muudamaniif ergaa hawwii gaarii dabarse

Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa Ministiroota haaraa guyyaa har’aa muudamaniif ergaa hawwii gaarii dabarseera.

Paartichi muudamtoota kanneeniif bara hojii gaarii hawwuu ragaan Fuula Paartii Badhaadhinaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment