Waliigalteen Sanadaa dubartootaa fi Dargaggoota miiliyoona 1 ol fayyadamoo taasiisu mallattaa’e

Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Ministeerri Hojii fi Ogummaa Dhaabbata Idil Addunyaa Heefar jedhamu waliin Sanada waliigaltee dubartootaa fi Dargaggoota miiliyoona 1 ol fayyadamoo taasiisu mallatteesseera.

Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufariyaat Kaamiil Itti Aanaa Pireezidaantii dhaabbatichaa Adasuuwaa Ifiidiin waliin waliigalticha mallatteessaniiru.

Horsiisa lukkuu, misooma Aannanii fi Bu’aalee aannanii, akkasumas dargaggoota Misooma Muduraa fi Fuduraaleerratti bobba’an miiliyoona 1 ol fayyadamoo kan taasiisu ta’uu Aadde Mufariyaatti fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment