Daandiiin Qilleensa Ityoophiyaa balallii idil addunyaa  80 taasisaa ture adda kute

Finfinnee, Bitootessa 20, 2012 (FBC) – Daandiiin Qilleensa Ityoophiyaa guyya har’aa irraa eegaluun balallii idil addunyaa  80 taasisaa tureadda kutuu beeksise.

Daandiiin Qilleensa Ityoophiyaa ibsa har’a lateen balallii deddeebisa meeshaa (kaargoo) garuu akkuma itti fufetti jira jedheera.

Balalliin biyya keessaa akkuma itti fufetti jiraachuu ibseera.

Daandiin qilleensichaa ittisa vaayrasi koroonaaf tarkaanfii garagaraa fudhachaa jiraachuu beeksiseera.

 

Comments (0)
Add Comment