Gabaan Oomisha Ityoophiyaa dameesaa 24ffaa Miizaan Amaanitti bane

Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC)- Gabaan Oomisha Ityoophiyaa dameesaa 24ffaa Miizaan Amaanitti baneera.

Damicha sadarkaa itti aanaa preezdaantiitti hogganaan Biiroo qonnaa saba fi sablammootaa naannoo Kibbaa obbo Anteenah Fiqaaduu fi Ministir Deettaan Ministeera qonnaa fi indaastirii Ambaasaaddar Misgaanuu Araggaa eebbisisuun tajaajilaaf banaa taasisaniiru.

Damichi laabraatoorii qulqullinaa oomishaa adda baasuu qaba jedhameera.

Naannichatti oomishaalee adda addaa gaba biyyaa alaaf akka dhiyeessuu ragaan gabaa Oomishaa Ityoophiyarra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment