Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Shaampiyoonaan Atleetiksii Ityoophiyaa 10ffaan umurii waggaa 20 gadii fi 3ffaan umurii waggaa 18 gadii eegale

Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii Ityoophiyaa 10ffaan umurii waggaa 20 gadii fi 3ffaan umurii waggaa 18 gadii magaalaa Asallaatti eegalame. Shaampoyoonichi magaalaa Asallaa istaadiyeemii magariisa Asallaa bakka preezdaantiin Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaa atileet Daraartuu Tulluu argamanitti eegaleera.…
Read More...

Maanchuriyaan Darbii 187ffaa

Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC)- Kilaboonni magaalaa Maanchisteer,Maanchisteer Siitiifi Maanchisteer Yuunayitid yeroo 187ffaaf galgala kana daqiiqaawwan 90'f miira kubbaa miilaan waraana Raashiyaafi Yuukireen irraanfachiisuu…