Ispoortii
Leesister Siitiin gara Piriimeer Liigiitti deebi’e
Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Bara taphaa 2022/23 osoo hin eegamne gara Diiviiziyoonii 2ffaatti bu’ee kan ture Leesister Siitiin gara Piriimeer Liigiitti deebi’eera.
Sardiidota jedhamuun kan waamamu Leesister Siitiin Liidis Yuunaayitiid eda halkan QPRn galchii 4 fi 0n injifatamuu hordofee osoo taphoonni lama isa hafuu gara Piriimeer…
Read More...
Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni har’a Biraayitanii fi Maanchiister Siitii gidduutti taasiifamu…
Finfinnee, Ebla 17, 2016 (FBC) – Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni har’a galgala sa’aatii 4:00 irraa jalqabee Biraayitanii fi Maanchiister Siitii gidduutti taphatamu hawwiin eegamaa jira.
Kilaboonni lamaan erga bara Faranjootaa…
Dorgommiin Tapha Guutuu Oromiyaa 26ffaan xumurame
Finfinnee, Ebla 17, 2016 (FBC)-Dorgommiin Tapha Guutuu Oromiyaa 26ffaan Magaalaa Jimmaatti gaggeeffamaa ture Olaantummaa Magaalaa Shaggariin xumurameera.
Dorgomicharratti, Hogganaan Biiroo dargaggoo fi Ispoortii Oromiyaa Obbo Maatiyoos…
Eevartan galchii 2 fi 0n Liivarpuul injifate
Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi halkan kana taphatameen Eevartan galchii 2 fi 0n Liivarpuu injifateera.
Liivarpuul yeroo murteessatti qabxii gatuu hordofee garaagarummaan morkattoota isaa waliin qabu…
Embaasichi dorgommii Buunyaa Afrikaa Waancaa Maandeellaan injifannoo galmaa’eef gammachuu isaa ibse
Finfinnee, Ebla 15, 2016(FBC)- Piriitooriyaatti Embaasiin Itiyoophiyaa Dorgommii Buunyaa Afrikaa Waancaa Maandeellaan injifannoo galmaa’eef gammachuu itti dhaga’ame ibse.
Dorgommo Buunyaa Afrikaa kibbaa Mgaalaa Darbaanitti…
Dorgommii Buunyaan Itiyoophiyaan meedaaliyaawwan ja’an xumurte
Finfinnee, Ebla 14, 2016 (FBC)- Dorgommii Buunyaa Afrikaa Waancaa Maandeellaarratti Itiyoophiyaan meedaaliyaawwan ja’a argachuun xumurteetti.
Dorgommichaan Itiyoophiyaan Meetii 3 fi Nahaasa 3’n dorgommicha xumuruu dandeesseetti.…
Atileet Caalaa Raggaasaan fiigicha Maaraatoonii Veennaa injifate
Finfinnee, Ebla 13, 2016 (FBC) - Atileet Caalaa Raggaasaan fiigicha Maaraatoonii Awustiriyaa magaalaa Veennaatti dhiirota gidduutti dorgomame injifateera.
Atileet Caalaan fageenyicha sa'aatii 2 fi daqiiqaa 6 fi sekondii 35 xumuruun…