Kitaabni ‘Daandii Ida’amuu’ gabaarra oole

Finfinnee, Gurraandhala 27, 2013 (FBC) –Kitaabni Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad barreeffamee ‘Daandii Ida’amuu’ har’arraa eegalee gabaarra oolu ibsameera.
Kitaabichi Afaan Oromoo fi Afaan Amaaraan kan qophaa’edha.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment