Magaalaa Finfinneetti gatiin gurgurtaa Simmintoo ifoome

Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee gatii gurgurtaa qinxaaboo Simmintoo ifoomeera.

Haaluma kanaan Simmintoon Darbaa Kuntaalli tokko Birrii 1067.36, Daangooteen Birrii 1106.85, Habashaan Birrii 1305.00, Ityoo Birrii 1056.80, Mogor Birrii 1016.52, Naashinaaliin 1169.98 fi Kaappitaalii Birrii 1101.05tti akka gurguramu tilmaama gatii baasuu ragaan Biiroo Daldalaa Magaalaa Finfinneerraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment