Ayyaanni Fiichee Cambalaalaa Magaalaa Finfinneetti kabajame

Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Ayyaanni Fiichee Cambalaala magaalaa Finfinneetti qophiilee garagaraan kabajameera.
Hoggantoonni olaanoo Mootummaa Fedeerala fi Naannoo Sidaamaa fi Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee saganticharratti argamaniiru.
Akkasumas dhalattonni naannoo sidaamaa magaalaa Finfinnee jiraatan fi kutaaleen hawaasa biroo argamuu ragaan Kominikeshinii Naannoo Sidaamaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment