Dooktar Abiy dubartoota kutaalee biyyattii garaagaraarraa walitti baba’an waliin mari’atan

Finfinnee, Bitootessa 19, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dubartoota Kutaalee biyyattii garaagaraarraa walitti baba’an waliin mari’ataniiru.

Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin, hawaasa keessaatti gaheen dubartoota bakka olaanaa kan qabu ta’uu ibsanii, guyyaa har’aas dubartootaa kutaalee biyyattiirraa baba’an waliin kan mari’atanii fi yaada isaa dhaggeeffatan ta’uu himan.

#Oromia #Ethiopia

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment