Lammiilee Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaarraa deebi’aniif sirna Ifxaaraa Masaraa Mootummaatti gaggeeffame

Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) –Lammiilee Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniif sagantaan Ifxaaraa Masaraa Mootummaatti gaggeeffameera.

Sirna Ifxaaraa kanarratti Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad argamaniiru jedhame.

Hanga ammaatti lammiileen Ityoophiyaa kumni 8 fi 500 Saa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsameera.

Lammiilee Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaatti haala rakkissaa keessa jiran gara biyyaa deebisuuf torbeetti balalliiwwan 9 taasiifamuu himameera.

Alaazar Taaddaleetu gabaase.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment