Naannon Amaaraa sirreeffamtoota 2,135 dhiifama godhe

Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Naannon Amaaraa sirreeffamtoota 2,135 dhiifama godhe.

Sirreeffamtoonni kanneen mana amala sirreessaatti naamusa gaarii kan agarsiisan ta’uu Abbaan Alangee Waliigalaa Naannoo Amaaraa beeksiseera.

Comments (0)
Add Comment