Preezdaant Saahilawarq jila miseensota Paarlaamaa fi ogeeyyii yaalaa Isiraa’eel waliin mari’atan

Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) –Preezdaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen jila miseensota Paarlaamaa fi ogeeyyii yaalaa Isiraa’eel waliin mari’ataniiru.

Preezdaant Saahilawarq jila miseensota Paarlaamaa fi ogeeyyii yaala fayyaa fi walitti qabaa koree Michummaa Ityoophiyaa fi Isiraa’eel obbo Dassitaa Gaaddii Vaarkaaniin durfamu waajjira isaanitti simachuun waliin mari’ataniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment