Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Taphoota Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 21ffaan har’a taphoonni 2 ni taphatamu

Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) – Taphoota Beetkiingii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 21ffaan taphoonni har’a Kilaboonni Oromiyaa lamaan taasiisan ni eegama. Har’a waaree booda sa’aatii 9:00 irraa jalqabee Laga Xaafoo Laga Daadhiin Hadiyyaa Hoosaa’iinaa waliin Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaatti ni taphata.…
Read More...