Lammiilee Ityoophiyaa kuma dhibba 1 fi kuma 20 gara biyyaatti deebisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) – Lammiilee Ityoophiyaa baqannaarra jiran kuma dhibba 1 fi kuma 20 gara biyyaatti deebisuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Muummee Ministira beeksise.…