Browsing Category
Biiznasii
Naannoon Hararii baatiwwan jahaan darban galii Birrii miiliyoona 799.6 ol walitti qabe
Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC) – Naannoon Harariitti baatiwwan jahaan darban galii Birrii miiliyoona 799.6 ol walitti qabuu Biiroon Galiiwwanii naannichaa beeksiise.
Baatiwwan jahaan…
Ityoophiyaan Invastimantii alaa Doolaara Biiliyoona 2 hawwachuuf karoorfattee hojjechaa jirti
Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC)- Koorporeeshiniin Misoomaa fi Baankii Lafaa Invastimantii alaa Doolaara Biiliyoona 2 hawwachuuf karoorfatee hojjechaa jiraachuu beeksise.…
Biirichi baatiwwan 6’n darban galii Biirri biiliyoona 42 ol walitti qabe
Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC) – Biiroon Galiiwwaanii Magaalaa Finfinnee baatiwwaan 6’n darban galii Birrii biiliyoona 42.8 walitti qabuu beeksiise.
Galiin argame kaffaltoota gibira…
Meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 200 olitti tilmaamuu to’atame
Finfinnee, Amajjii 15, 2015 (FBC)- Meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 218’tti tilmaamu to’atamuu Koomishiniin Gumurukaa beeksise.
Koomishinichi Amajjii 5-11, 2015’tti hordoffii…
Agarsiifnii fi Egzibiishiniin Idil Addunyaa 4ffaan magaalaa Finfinneetti baname
Finfinnee, Amajjii 15, 2015(FBC)- Agarsiifnii fi Egzibiishiniin Idil Addunyaa 4ffaan magaalaa Finfinnee Galma Barkumeetti banameera.
Egzibiishinichi bakka Ministir Deetaan Ministeera…
Abbootiin qabeenyaa Hindii Ityoophiyaatti hojiilee invastimantiirratti hirmaachuuf fedhii qabaachuu…
Finfinnee, Amajjii 12, 2015(FBC)- Abbootiin qabeenyaa Hindii Ityoophiyaatti hojiilee invastimantii garaagaraarratti hirmaachuuf fedhii qabaachuu ibsan.
Hinditti Embaasiin Ityoophiyaafi…
Magaalattiitti taarifa gatii geejjibaarratti fooyya’iinsi taasifame
Finfinnee, Amajjii 12, 2015 (FBC)-Baatii Amajjii gatii qinxaaboo boba’aa irraatti sirreeffama gatii taasifame tilmaama keessa galchuun taarifa gatii geejjibaarratti fooyya’iinsi taasifamuu…
Biirichi Baatiwwan 6’n darban abbootii Qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 95 ol galmeessan kuma…
Finfinnee, Amajjii 12, 2015 (FBC) – Biiroon Invastimantii fi Indaastirii Oromiyaa Baatiwwan 6’n darban abbootii Qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 95 ol galmeessan kuma 2 fi 754…
Gurgurtaa elektirikaa biyyoota ollaatti taasifamerraa galiin Doolaarri miiliyoonni 32 ol argamuu…
Finfinnee, Amajjii 5, 2015(FBC)- Baattiiwwan 5’n darbanitti biyyoota ollaatti gurgurtaa elektirikaa taasifamerraa galiin Doolaarri miiliyoonni 32fi kumni dhibbi 6 ol argamuu Humni…
Ityoo – Teeleekoom baatiwwan 6’n darbanitti galii Birrii biiliyoona 33.8 ol argate
Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) – Ityoo – Teeleekoom baatiwwan 6’n darbanitti galii Birrii biiliyoona 33.8 ol argachuu beeksiiseera.
Hojii rawwachiittuu Olaantuun dhaabbatichaa…