Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Olompikiin Paaris 2024 har’a ifatti banama

Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Olompikiin Paaris 33ffaan har’a galgala sa’aatii 2:30 irraa eegale sagantaa garaagaraan ni banama. Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa marsaa jalqabaa guyyaa kaleesaa Faransaay Paaris galuun ni yaadatama. Sirni baniinsa Olompikicha haala addaan Istaadiyeemiin alatti Kibbaa Faransaay Laga Seeyinirratti qophii…
Read More...