Browsing Category
Idil Addunyaa
Indooneezhiyaatti sigiga lafaa muudateen miidhaan qaqqabe
Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) - Indooneezhiyaatti sigiga lafaa muudateen lubbuun namoota 12 yoo darbu namoonni hedduun lafa jalatti awwaallamuu ibsame.
Indooneezhiyaa, Jaavaa gara…
Xiyyaarri Indooneezhiyaa imaltoota 50 feetee balallii eegaltee achi buuteen ishee dhabame
Finfinnee, Amajjii 1, 2013 (FBC) – Xiyyaarri Indooneezyiyaa imaltoota 50 ol feetee balallii eegaltee sa’aa muraasa booda achi buuteen ishee dhabamuu ibsame.
Booying 737 imaltoota 50…
Tiwiiitarri Traamp hanga dhumaatti ugguramuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 1, 2013 (FBC) – Fuula Tiwiittarii Preezdaantii Ameerikaa Doonaald Tiraamp itti fufiinsan ugguruu dhaabbatichi beeksise.
Tiraamp dabalataan gochaawwan…
Traamp karaa nagaan aangoo dabarsuuf murteessuu beeksisan
Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp moo’atamuu isaan amanuun karaa nagaan aangoo dabarsuuf qophii ta’uu beeksisan.
Demookraatoonni…
Xiyyaarooonni Booying Max 737 himata hojimata dhoksuun irratti banameen doolaraa Ameerikaa…
Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC)-Xiyyaaroonni Booying Max 737 hojimataan waliin walqabsiisee odeeffannoowwan nageenya aanga’oota dhoksuutin Ameerikaa keessaatti himata irratti banameen…
Joo Baayidan preezdaantii Ameerikaa 46ffaa ta’uun isaanii mirkanaa’e
Finfinnee, Muddee 29, 2013 (FBC) – Kongiraasiin Yuunayiitid Isteet Joo Baayidan kan filannoo preezdaantummaa Sadaasa darbe mo'ate preezdaantii biyyattii kan itti aanu ta'uu…
Ayyaanni Qillee Bara 2013 nagaan akka kabajamuuf qophii hunda xumuruu Komishiiniin Poolisii Oromiyaa…
Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) – Ayyaanni Qillee Bara 2013 nagaan akka kabajamuuf qophii hunda xumuruu Komishiiniin Poolisii Oromiyaa beeksise.
Ayyaanni Qillee Ayyaanoota Ummataa…
Isteevan Munshan Hidha haaromsaa dabalatee dhimmoota garaagaraarratti mari’achuuf Sudaanii fi Gibts…
Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) - Ministirri Ministeera Maallaqaa Ameerikaa Isteevan Munshan Hidha haaromsaa dabalatee dhimmoota garaagaraarratti mari’achuuf Sudaanii fi Gibts…
Addunyaarratti lakkoofsi namoota covid-19 qabamani miiliyoona 85 darbe
Finfinnee, Muddee 26, 2013 (FBC) – Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamani miiliyoona 85 darbeera.
Vaayrasichaan namoonni miiliyoonnii 1.8 ol ammoo…
Yuunaayitiid Kiingidamitti weerarri dhibee Covid-19n haaraan daraan hammachaa jiraachuu ibsame
Finfinnee,Muddee 23,2023 (FBC) - Yuunaayitiid Kiingidamitti weerarri vaayrasii koroonaa haaraan muul'ate akkaan hammaachaa jiraachuu ibsameera.
Hospitaaloonni biyyattii hedduun isaanii…