Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Galteewwaan qindeessa qonnaa fi oomishaalee, dhiyeessi qamadii fi haala bittaa irratti mariin…
Finfinnee, Eebla 6, 2013 (FBC)- Dhaabbanni Misooma Galteewwan Indaastirii Itiyoophiyaa Galteewwaan qindeessa qonnaa fi oomishaalee, dhiyeessi qamadii fi haala bittaa irratti qaamolee qooda…
Meeshaaleen waraanaa seeraan alaa Bahaar Daarii gara Finfinnee imalaa ture to’atame
Finfinnee, Eebila 6, 2013 (FBC) – Shugguxiiwwan 108 fi Rasaasni kumni 2 fi 800 seeraan alaa magaalaa Bahaar Daarii gara Finfinnee imalaa ture to’atameera.
Shakkamtoonni meeshaalee…
Boordichi paartilee siyaasaa waliin marii taasisaa jira
Finfinnee, Eebla 6, 2013 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa paartilee siyaasaa waliin marii taasisaa jira.
Marichi adeemsi filannoo hangaa amma jiruu fi rakkinoota mudatan…
Guyyaan galmee waldaalee mana jireenyaa guyyoota dabalataa 10f dheerate
Finfinnee, Eebila 6, 2013 (FBC) – Guyyaan galmee waldaalee mana jireenyaa guyyoota dabalataa 10f dheerachuu Biiroon Misooma Manneenii fi Bulchiinsaa magaalaa Finfinnee beeksiise.…
Guyyaan hundeeffama Tiyaatira Ityoophiyaa waggaa 100ffaan kabajame
Finfinnee, Eebila 6, 2013 (FBC) – Guyyaan hundeeffama Tiyaatira Ityoophiyaa waggaa 100ffaan sirna ho’aan kabajameera.
Sirna kabaja kanarratti Itti aantuu Kaatibaa magaalaa Finfinnee…
Ityoophiyaanonni 92 Yaman irraa deebi’an
Finfinnee, Eebla 6, 2013 (FBC)- Ityoophiyaanonni 92 Yaman irraa deebi’uu Waajjirri Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaa beeksise.
Lammiileen Yamanitti argaman gara biyyaatti akka…
Balaa Ibiddaa kutaa magaalaa Kolfee Qaraniyootti muudateen qabeenyarra miidhaan qaqqabe
Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC) - Balaa Ibiddaa magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Kolfee Qaraniyootti muudateen qabeenyi birrii miiliyoona 1 olitti tilmaamamu barbaadaa'uu Komishiniin…
Hidha Haaromsaa Guddichaarratti marii sadeenii ilaalchisee Ambaasaaddaroota Afrikaa teessoon isaanii…
Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC)- Hidha Haaromsaa Guddichaarratti marii sadeenii ilaalchisee Ambaasaaddaroota Afrikaa teessoon isaanii Finfinnee taasisaniif ibsi laatameera.…
Ityoophiyaanoonni 160 Yamanii gara biyya deebi’an
Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC)- Lammiilee Ityoophiyaa 160 Yamaniirra deeggarsa dhaabbataa baqattootaa idil addunyaatin gara biyyaa deebi’aniiru.
Kanneen har’a gara biyya deebi’an keessa…
Paartileen morkattootaa waltajjii Faanaa Broodkaastiing Korporeet qopheesseen falmii gaggeessuu…
Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC) – Paartileen morkattootaa waltajjii Faanaa Broodkaastiing Korporeet qopheesseen guyyaa har’aa Falmii jalqabaa gaggeessuu eegalaniiru.
Hoggantoonni…