Fana: At a Speed of Life!

Finfinneetti balaa lolaa mudaten lubbuun namoota 4 darbe

Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Boolee Aanaa 11 bakka addaa ‘Warraa ganu’jedhamutti roobaa cimaa roobuu hordofee balaa lolaa mudateen lubbuun namoota 4 darbuu ibsame.
Bulchiinsa magaalichaatti Ijaarsi qarqara lagaa pilaaniin ala ijaaraman hawaasa balaa lolaaf saaxilaa jiraachuu eerameera.
Magaalichatti balaan walfakkatoon akka hin mudanneef hawaasni of eeggannoo akka taasiisu komishiniin Hoggansa Sodaa balaa magaalaa Finfinnee gaafateera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.