Fana: At a Speed of Life!

Jilli obbo Dhaabaa Dabaleen durfamu aanaa Gola Odaatti qamadii kilaasteraan misoome daawwate

Finfinnee, Gurraandhala 5, 2013 (FBC) – Jilli hogganaa Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa obbo Dhaabaa Dabaleen durfamu godina Harargee Bahaa Aanaa Gola Odaatti Qamadii kilaasteraan misoomaa jiru daawwateera.
Aanichatti lafti hektaarri 700 Jallisii boneen qamadiin misoomaa jira.
Jilli kun qonnaan bultoota gargaarsa sagantaa Seeftii neetiitiin jiraachaa jiran yeroo jalqabaatiif qamadii jallisiin misoomsuun wabii nyaataa mirkaneeffachuuf seenaa haaraa galmeessaan daawwachuun jajjabeesseera.
Bulchaan Godina Harargee Bahaa obbo Husseen Fayyisoo Karoorri Qamadii Jallisiin oomishuuf karoorfame milkaawaa jiraachuu dubbataniiru.
Qonnaan bultoota hiyyummaa injifachuuf seenaa boonsaa galmeessen caalmaatti akka hojjetaniifis deeggersa barbaachisu hunda kan taasiisaan ta’uu hogganaan Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa obbo Dhaabaa Dabaleen himuu isaanii ragaan Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaarraa argame ni muulisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.
Viidiyoowwanis daawwadhaa.
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.