Fana: At a Speed of Life!

Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee17ffaa har’a gaggeeffameen Magaalaan Adaamaa injifatame

Finfinnee, Eebila 1, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee17ffaa har’a gaggeeffameen Magaalaan Adaamaa Buna Sidaamaan injifatameera.

Tapha galgala kana sa’aatii 1:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Magaalaa Dirree Dawaatti gaggeeffameen Magaalaan Adaamaa fi Buna Sidaamaan goolii 3 fi 0n injifatameera.

Liigicha Magaalaan Faasiil qabxii 41 sadarkaa 1ffaa, Bunni Ityoophiyaa qabxii 30 sadarkaa 2ffaa, magaalaan Bahaar Daar qabxii 29 sadarkaa 3ffaa qabataniiru.

Magaalaan Adaamaa fi Jimmaa Abbaa Jifaar hirmaannaa bara dhufuu argachuuf carraan qaban dhiphataa dhufeera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.