Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Abeebee mana harka qalleeyyii haaromfamee laatan

Finfinnee, Onkololeessa 13, 2014 (FBC)-Kaantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee kutaa bulchiinsa magaalaa Gullaleetti mana harka qalleeyyii Biiroo Geejjiba magaalaa Finfinnee fi dhaabbalee itti wamamoon haaromfamee laataniiru.

Tola oltummaa gannaa darbeetin manneen kuma 2 ol haaromsuun, daa’immaan sababa garagaraatin maatiin isaanii dhaban guddisuu, raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa walitti qabuu fi hojiiwwan adda addaa hojjetamuu aadde Adaanach Abeebeen himaniiru.

Aadde Adaanach hojii tola oltummaa gannaatin waamichaa mootummaa dhiyyeessee fudhachuun hojiiwwan tola ooltootaa adda addaarratti qaamolee hirmaatan galateeffachuu ragaan waajjira prees seekreetariirra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.