Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Ayyaana Ifa Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC) -Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee Ayyaana Ifa Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

Aadde Adaanach Hordoftoota amantaa kiristaana fi ummata Ityoophiyaa maraan baga ayyaana Masqalaatiin isin gahe jedhaniiru.

Ayyaanichi kan nagaafi jaalalaa isiniif haa ta’u ! Magaalaa keenyaf miidhagina addaa kan ta’eefi UNESCO tti kan galmaa’e ayyaana Daamaraa yeroo kabajjanu , naamuusa gaarii Ityoophiyaantumma baramee fi waliif yaaduun akka ta’u kabajaan isini gafadhaa jedhan ergaa Fuula Feesbuukii isaanirratti barreessaniin.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.